Leviticus 6:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hojja fulla qulqullooti aka sorio dabaani nama araaramani tolchani, hori suni nyaachu himmalle, gubu malani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu dhiinni ciinca'aa ka araara cubbu'uu ka gara daasee wol gayi'ii seene maruu hin nyaattamu ibiddaan gubama.›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Horii araara cubbu'uutiif dhikaatee, dhiigi isaa gumaa cubbu'uutiif Dunkaanii Woldeenna'aa keessa addee irra caalaa woyyittii teete yoo seene, foon horii sanii gubamuutii malee hin nyaatamin.