Leviticus 6:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami kara suni tokoleeni ch'ubbame, inni waan kara maleeni argate suni ha abba dabse iraa fud'ate kaani deebisu. Guyya ch'ubbuuni isaa mullatu, inni ha nama dabse kaani waan isaa deebise, ammalle waan shani keesa toko iti daruufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
yakku'uun yoo cubbuu hojjate, waan roorrisee fudhate, yookaan waan dabaan fudhate, ka yaboo itti kenname yookaan waan bade yoo arge,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akka kanaan cubbuu hujee yakkaamessa yoo te'e, inni waan hate yookiin waan saame yookiin waan magannee itti kenname yookiin bu'aa dhaggatiisaaf ollaa ifii irratti dhiibbaa waan tolche yookiin waan baddeertuun dhagge san,