Leviticus 6:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan atini Harunifi ilmaani isaatini jettu, Aadaani sorio gubani baasani tana: wonti gubani sorio baasani suni ha waan irati gubani suni ira bultuti ibidi suleeni ind'aamini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Aaroonii fi ijoollee Aaroonii akkana jedhii ajaji; seerri ciincaa ciincawuu akkana; ciincaan ciincawu muka ibidda ciinca'aa irratti halkan guutuu haga bari'uuf ibiddillee hulee ciinca'aa irratti hennaa maraa bobaya'aa haa buluu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Aaronii fi ilmaan isaa ajaja kana ajaji: ‹Kun seerata kennansa gubamuu ti: kennansi gubamu halkan guutuu haga bari'iititti addee ciinca'aa irra turuu ti; ibiddille addee ciinca'aa irratti itti bobe'aa buluu ti.