Leviticus 7:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini aada waan gati sorio baasani; wonti kunini guddo qulqullo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akkaataan seera dhiifamsa cubbu'uu ka guddisee woyyoome ittiin dhiyeessan kana;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Seerri irra caalaa woyyicha te'e keessaa tokko ka te'e, ka kennansa sababa yakka'aatiif dhikaatuu asii gad jira: