Leviticus 7:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ha qit'a suni ch'ufa keesa gosa gosani toko toko fuud'e AABBO Waaqaa baasu; qit'aani suni ka qaallu d'iiga hori qalani fuud'e waan mesa fakaatati fifit'uti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa Rabbiif dhiyaatu maraa keessaa akka ta'u tokko fuudha; innillee gadicha dhiiga ciinca'aa facaasuuf ta'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa daabboo kennansaaf dhikaatte tokko tokkooyyuu irraa tokko tokko fuudhee ana Mootii Waan Maraatiif adda baasee, kennansa dhikeessee, hayyicha dhiiga kennansa tokkumma'aaf dhikaatu fiffixu saniif kennuu ti.