Leviticus 7:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fooni hori suni guyya qalani ha nyaatani; tokoleeni imbulini ha fit'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
foon horii ciinca'aa guyyama ciinca'aaf dhiyaate san nyaattamee dhuma; wonti hafee bulu sirima akka hin jiraanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Foon kennansa galataa ka tokkumma'aa sun guyyuma kennansaaf dhikaate san nyaatamuutii malee, ijjumaa hin bulin.