Leviticus 7:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami sorio wold'ageetitiini d'ufe waan inni kakhu gula baasu taanaani, yokhaani waan inni fed'i gula baasu taanaani, waan d'ufeeni suni ch'ufa ha guyyuma suni nyaatani, ammo yo isiini hafte ha boriyyaate nyaatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yoo ciincaan ka fedhaan dhiyaate yookaan ka silataa yoo ta'e gaafuma ciincaan sun dhiyaate nyaatan; ka isa irraa hafe bariisaa nyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Kennansi sun kennansa woreegaa yookiin kennansa fedhi'iin kennamu yoo te'elle, guyyuma dhikaate san nyaatamuu ti; wonni irraa hafe ammoo guyyaa itti aanu nyaatamuu ti.