Leviticus 7:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo fooni guyya sadeeso nyaatani Waaqi nama suni ira waan inni baasufi infud'atu, ammalle waan inni baasu suni tokole inhereganifi. Ammo waan qulqullo intahiniti heregani, ammalle nami waan suni nyaate ya waan male tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Foon ciincaa fayyinnaa yoo guyyaa sadeesso'ootitti nyaattame misha'aa miti; nama dhiyeesse saniif bada'a; akka kennaa'aatitti hin laakkayamuuf; waan battii ta'eef nama foon san nyaatettillee cubbuu ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Foon kennansa tokkumma'aa sun guyyaa sadeesso'oo yoo nyaatame, kennansi namichaa fudhatama hin qabu; hin laakkowamuufille'e; battii waan te'eef, nami isa nyaate itti hin gaafatama.