Leviticus 7:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla sorio gubani baasani iti qalani, waan gati baasani kanale artumati qalu malani, d'iiga isiile waan mesa fakaata kaani gama afraanitu fifit'u malani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaan waan cubbu'uutiif dhiyaatu hulee ciinca'aatitti haa goorra'amuu; dhiinni hulee ciinca'aatii fi naannaya hulee ciinca'aatitti haa facaafamuu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adduma kennansi gubamu itti qalamutti kennansi sababa yakka'aatiif dhikaatulle qalamuu ti; dhiigi isaalle cinaa addee ciinca'aa maratti fiffixamuu ti.