Leviticus 7:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo hojja nami qulqullo intahini fooni sorio wold'ageeti nyaate, nama suni deebiani gumi Waaqati inheregani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namni battaaye yoo ciincaa fayyinnaa ka Rabbiif dhiyaate irraa nyaate namni sun banii keessaa fooyamee haa baduu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami akka aadaa dhugeeffanna'aatitti qulqulluu hin te'in foon kennansa tokkumma'aa ka ana Mootii Waan Maraa dhikaate irraa yoo nyaate, kolbaa ifii keessaa bawuu ti.