Leviticus 7:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle hojja nami fooni sorio tana nyaate, eegi inni waan qulqullo intahini tuqe, waan nama yokhaani horile taanaani, yokhaani waan d'ibi qulqullo intahini ch'ufa, nama akasi suni deebiani gumi Waaqati inheregani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waan battii jibbamaa kamiinillee yoo tuqe, ka namaa, yookaan busaayaa battaaye, yookaan waan battii jibbame ka biraallee yoo tuqe, foon ciincaa fayyinnaa ka Rabbiif dhiyaate irraa yoo nyaate namni sun banii keessaa fooyamee haa baduu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle nama batticha yookiin horii batticha yookiin waan battii te'e mara tuqee, foon kennansa tokkumma'aa ka ana Mootii Waan Maraa dhikaate san yoo nyaate, kolbaa ifii keessaa bawuu ti› jedhi» jedhe.