Leviticus 7:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama d'ad'a hori sila gubani AABBO Waaqaa baasani nyaatu, nama suni gumi Waaqati deebiani inheregani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni cooma horii Rabbiif ciinca'aaf dhiyaate nyaate maruu banii keessaa fooyamee haa baduu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami moora horii kennansa ana Mootii Waan Maraatiif ibiddaan gubamee dhikaatuu san nyaatu, kolbaa ifii keessaa bawuu ti.