Leviticus 7:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini worra Israelitini jettu, Nami sorio wold'ageeti baasu ha gama toko AABBO Waaqaa kennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee Israa'eliititti akkana jedhii himi; namni ciincaa fayyinnaa Rabbiif dhiyeessu kennaa ciincaa fayyinnaa irraa Rabbiif dhiyeessa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaa Israa'elootaatiin, ‹Nami kennansa tokkumma'aa ana Mootii Waan Maraatiif dhikeessu, kennansuma san irraa fuudhee kennansa naaf dhikeessuu ti.