Leviticus 7:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gabbinna hori suni ha iraa baasani, waan mesa fakaata irati sorio baasani: gabbinna dubaati, moora,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
moora maraa, duma maraa, moora mi'a gara'aa dhossu maraa hin dhiyeessa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Coomi duma isaatii fi moorri meya gadha'aa gollu,