Leviticus 7:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ha harkuma isaatini waan gubani AABBO Waaqaa baasanini d'ufu. Inni gabbinna hori suni ha handaraafa woliini olqabe aka AABBO Waaqaa baasani garsiisuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ijoolleen isaa ciincaa ibiddaan ciincawu Rabbiif dhiyeessan; foon handaraafaa kennaa Rabbiin afo'otti sosochoosan; cooma handaraafaallee saniif fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kennansa ibiddaan gubamee ana Mootii Waan Maraatiif dhikaatu harkuma ifiitiin dhikeessuu ti; moora cormii woliin fiduu ti; kennansa tachoofamuuf ana Mootii Waan Maraatiif dhikeessuu ti.