Leviticus 7:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi ha gabbinna waan mesa fakaata irati gubuti, ammo handaraafi ka qaaloleeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi cooma san hulee ciinca'aa irratti guba; foon handaraafaa ammo Aaroonii fi ijoollee isaatiif haa ta'uu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi moora san addee ciinca'aa irratti gubuu ti; cormiin ammoo Aaronii fi ilmaan isaatiif kennamuu ti.