Leviticus 7:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Miila mirga ka lukha ka sorio wold'ageeti ha
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ciincaa keessan ka fayyinnaaf dhiyeessitan luka mirgaa akka ciincaa sochoofamuutitti gadichaa kennitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansa tokkumma'aaf dhikaate luka gara middaa hayyichaaf kenna'a.