Leviticus 7:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
qaallu d'iigaafi gabbinna sorio baasu kennani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiinninii fi coomni ciincaa fayyinnaa ka ijoollee Aarooniitiif dhiyaatu keessaa lutti mirgaa gayee namicha dhiyeessuu haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Aaronii keessaa dhiiga fi moora kennansa tokkumma'aa san ciinca'aaf ka dhikeesse, luka gara middaa ifiif fudhatuu ti.