Leviticus 7:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Handaraafa olqabani, aka AABBO Waaqaa baasani garsiisani kaanifi miila mirga ka lukha kaani, anini yayu worra Israeli iraa fuud'e Harunifi ilmaani isaati kenne aka wonti kunini waan guyya ch'ufa worra Israeli iraa fuud'ani taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Handaraafa sosochoofamuu fi irree ciincaa fayyinnaa ka ijoollee Israa'elii fuudhee Aaroonii fi ijoollee isaatii baraa haga bara baraa ijoollee Israa'elii irraa isaanii kenneera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani kennansa Israa'elootaa ka tokkumma'aa irraa, cormii tachoofantee fi luka ol fuudhante fuudhee, yennaa mara qooda isaanii akka te'u, Aaronii hayyichaa fi ilmaan isaatiif kenneera. Kun seera yennaa maraa ti.