Leviticus 7:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti kunini qooda sagale sorio gubani keesaa fuud'ani gaafa Harunifi ilmaani isaa eebisani qaallu AABBO Waaqa tolchani kennaniifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafa Rabbiin gadumma'aan akka tajaajilaniif kennaa Rabbiif ibiddaan dhiyaate gayeen Aarooniitii fi ka ijoollee isaa kana;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aaronii fi ilmaan isaa guyyaa hayyuu te'anee ana Mootii Waan Maraa tajaajiliisaaf muudamane, kennansa ibiddaan gubamee ana Mootii Waan Maraatiif dhikaate irraa qoodi isaaniif kenname kana.