Leviticus 7:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya worra muudani suni, AABBO Waaqi worra Israelitini, waan suni worraa kenna jed'e. Tunini aada worri Israeli haga jiru jireenna guutu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
wonti Rabbi baraa haga bara baraa ijoollee ijoollee isaaniitii gaafa ijoollee Israa'elii dibe isaan ajaje kana» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa isaan muudamane, Israa'elooti dhalootaa haga dhalootaatitti yennaa mara qooda isaanii akka te'u godhanee akka kennanu ani Mootiin Waan Maraa ajajeera› jedhiin» jedhe.