Leviticus 7:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aadaani sorio dabaani ufiraa baasanifi waan gati sorio baasanifi waan guyya qaalole eebisani muudani baasanifi ammalle ta sorio wold'ageetileeni tana;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seerri kennaa midhaanii, ka ciincaa ciincawuu, ciincaa cubbu'uutii fi ciincaa yakkaa, ciincaa qulqullumma'aatii fi ciincaa fayyinnaa kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seerri kennansa gubamuu, seerri kennansa midhaanii, seerri kennansa araara cubbu'uutiif dhikaatuu, seerri kennansa sababa yakka'aatiif dhikaatuu, seerri kennansa muudama hayyootaatiif dhikaatuu fi seerri kennansa tokkumma'aa kana.