Leviticus 7:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi aada tana Musa gaara Sinai, lafa aloo keesati, kenneefi, guyya inni worra Israelitini sorio AABBO Waaqa baasa jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Rabbi gaara Siina'aa lafa gammoojji'ii irratti kennaa akka Rabbiif dhiyeessaniif Muusee ajaje kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun goomolee Siina'aa keessatti, Israa'elooti kennansa ifii akka Mootii Waan Maraatiif kennanu guyyaa ajaje, gaara Siina'aa irratti seera Mootiin Waan Maraa Muuse'eef kenne.