Leviticus 7:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaalluuni gabbinna kana ch'ufa ha waan mesa fakaata kaani irati AABBO Waaqa durati gubu. Tunini waan gati sorio baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gadichi ciincaa ibiddaan ciincayee Rabbiif dhiyaatu akka ta'u ibidda irratti ciinceessa; kun ciincaa yakkaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansa sababa yakka'aatiif dhikaatanu waan te'aneef, hayyichi akka kennansa ibiddaan gubamee Mootii Waan Maraatiif dhikaatuu addee ciinca'aa irratti gubuu ti.