Leviticus 8:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani d'ad'a muuda suni fuud'e, Waaro Woyyumatiifi waan kana ch'ufa AABBO durati eebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen dhadhaa dibu fuudhee mana bulti'iitii fi waan mana san keessa jiru maraa dibee woyyoomse;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen zayitii muudaa fuudhee, Dunkaanii Woldeenna'aatii fi waan isii keessa jiru mara muudee woyyoonse.