Leviticus 8:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni d'ad'a kaani haga toko fuud'e, waan mesa fakaata kaani miha isaa ch'ufafi, qorifi waan isiini ira ejitule ch'ufati fifit'e, aka akasiini Waaqa durati eebise qulqulleesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isa irraallee hulee ciinca'aatitti harka torbaa facaase; akka woyyoomaniif hulee ciinca'aatii fi meeshaa maraa, saanii irratti dhiqatanii fi waan isa irra kaayan dibe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni zayitii muudaa san irraa diqqoo isi'ii fuudhee addee ciinca'aa irratti yennaa torba fiffixee, addee ciinca'aatii fi meya isi'ii mara, qorii itti dhiqatanu waan qoriin sun irra keyatantu woliinuu Mootii Waan Maraatiif woyyoonsiisaaf muude.