Leviticus 8:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musani korma suni qale d'iiga isaa fuud'e, qubaani gaafa afraani waan mesa fakaata kaani ibse; aka akasiini eebisu. Duuba d'iiga hafe kaani d'ibi waan mesa fakaata kaani jalati jisse, akanaani eebise qulqulleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen goorra'ee dhiiga qubaan tuqee naannaya gaaffan hulee ciinca'aa jiru dibee, hulee ciinca'aa woyyoomsee dhiiga hafe hulee ciinca'aa jalatti jissee araara isaanii godhee isaan woyyoomse;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen dardara san qalee, addee ciinca'aa qulqulleessiisaaf, dhiiga diqqaa isaa fuudhee, quba ifiitiin gaafota addee ciinca'aa san mara dibee, ka hafe addee ciinca'aa jalatti dhangalaase; akka kanaan inni gumaa cubbu'uu addee ciinca'aatiif dhikeessee addee ciinca'aa san woyyoonse.