Leviticus 8:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan jibicha suni ka hafe ch'ufa fooni, goga, miha garaa ch'ufa fuud'e, alati baase fageese gube, akuma AABBO Waaqi jed'eeni kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen akkuma Rabbii isa ajaje gogaa mirgo'oo, foon, cumaa gandaan ala baasee raasa'atti gube.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen akkuma Mootii Waan Maraa isa ajajetti waan dardara sanii ka hafe, gogaa isaa foon isaatii fi meya gadha'aa addee quttumaatiin alatti baasee gube.