Leviticus 8:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni fooni elemo suni gargari ch'ich'ire, miha garaa ch'ufafi miila isaa ka lukha lamaani d'iqe, matafi gabbinnafi waan elemo suni ch'ufa waan mesa fakaata irati gube, akuma AABBO Waaqi isaani jed'e. Sorioni gubani baasani tunini waan Waaqaa baasani, ka ch'inch'aani isii isa gammachiiftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
foon hoola'aallee akkaatama fooniitiin kukkutee mataa, foonii fi coomallee hin ciinceesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni korbeessa san kukkutee, mataa isaa, foon kukkutamee fi moora isaa gube.