Leviticus 8:21 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mi'a gara'aatii fi kottiin bisaaniin miicee foon korbeessa hoola'aa maraa hulee ciinca'aa irratti ciinceesse; kunillee ciincaa urgaayaa ture; kun akkuma Rabbi Muusee ajaje kennaa Rabbiif ibiddaan dhiyaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meya gadha'aatii fi manyee isaa bisaaniin dhiqee, akkuma Mootiin Waan Maraa isa ajajetti, foon korbeessaa maraayyuu, kennansa ibiddaan gubamee Mootii Waan Maraatiif dhikaatu, ka foolee dansaa qabu godhee, addee ciinca'aa irratti gube.