Leviticus 8:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan kana ch'ufa harka Harunitifi ilmaani isaati kenne worri AABBO Waaqa durati olqabe, aka AABBO Waaqaa baasani garsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
maraa fuudhee harka Aarooniitii fi harka ijoollee Aaroonii irra kaayee kennaa Rabbiin afo'otti socho'u sosochoose.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kana maraa harka Aaroniitii fi harka ilmaan isaa irra keye. Isaanille kennansa tachoofamu Mootii Waan Maraatiif dhikeessane.