Leviticus 8:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan Harunifi ilmaani isaatini jed'e, Fooni fuud'a, fulla balbala Waaro Woyyumati d'aaba, artumati qit'a dadu waan Waaqaa baasani ka qaaloleeni eebisani iti naqani keesaa fud'ad'a fooniini woliini nyaad'a, akuma AABBO Waaqi jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Muuseen Aaroonii fi ijoollee Aarooniitiin foon balbala daasee wol gayi'iititti affeela'aatii Aaroonii fi ijoolleen Aaroonii haa nyaatanii jedhee ajaje; achumaan isaa fi xoroshoo woyyuu kooboo irra jiru nyaadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen Aaronii fi ilmaan isaatiin, «Foon san seensuma Dunkaanii Woldeenna'aa duratti iffeela'aatii, akkuma Mootiin Waan Maraa ajajetti, daabboo kollonjoo kennansa muudama hayyootaatiif dhikaatte keessa jirtu woliin, achumatti nyaadha'a.