Leviticus 8:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaro Woyyuma haga bulti torba keesaa imbahina, haga torbaani jila isaniini eebisani kunini dabraniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
haga guyyaa torbaatitti gadoota waan isin taasisuuf haga guyyaan torbaa dhumatutti balbala daasee wol gayi'ii keessaa hin bayinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seerri muudama hayyummaa teessanii guyyaa torba waan fudhatuuf, haga guyyaan muudama hayyummaa teessanii muummowutti, haga guyyaa torbaa seensuma Dunkaanii Woldeenna'aa dura tura'a.