Leviticus 8:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan nu arra tolchine kana AABBO Waaqati tolcha nani jed'e, aka daba keesani isani iraa fuud'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkuma araara guyyaa kana godhameetitti akka godhamu ajajeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan adha hujame kana cubbuu teessaniif gumaa tolchiisaaf Mootii Waan Maraatitti ajaje.