Leviticus 8:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani fulla balbala Waaro Woyyuma haga bulti torba teetani, waan AABBO Waaqi, Tolcha jed'e tolchu maltani. Yo akasi tolchu baatani indootani wonti AABBO Waaqi nati hime suni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun seera Rabbi na ajaje, balbala daasee wol gayi'ii haga guyyaa torbaa halkanii fi guyyaa taa'aa'a seera Rabbiillee eegaa'a; yoo kana godhuu baattan hin duutan» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Mootiin Waan Maraa na ajajetti, haga guyyaa torbaa halkanii fi guyyaa seensuma Dunkaanii Woldeenna'aa dura tura'a. Akka hin duuneef waan Mootiin Waan Maraa isin irraa barbaadu huja'a» jedhe.