Leviticus 8:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni waan worraani jed'e, Wonti anini amma tolchu kunini waan AABBO Waaqi, Tolchi nani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen bani'iin, «Wonti Rabbi akka ta'uuf ajaje kana» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseelle isaaniin, «Akka isin tolchitanuuf wonni Mootiin Waan Maraa ajaje kana» jedhe.