Leviticus 8:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani Harunifi ilmaani isaa gumi durati gayaame bisaani d'iqachiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen Aaroonii fi ijoollee isaa wolitti qabee bisaaniin dhiqe;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen Aaronii fi ilmaan isaa gara duraa akka dhufanu godhee bisaaniin isaan dhiqe.