Leviticus 8:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ubaara iti kaye, gurdale hid'eefi ubaara d'eerafi woya aka korbo hid'atanile iti kaye, gurda hid'aana ka aka dansa d'aani kaaniini hid'eefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
qambisaa isaanitti uwwise; mudhii hidhachiise; qamisii itti uwwise, efuudiillee irraan dhayee sabbata ogumma'aan dhayameen hidhachiise;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aaronitti qoloo haga miilaa dheertuu itti uffisee, hiituu itti hidhee, qoloo gubba'aatii fi woyaa hayyumma'aa ta qomaa itti uffise. Inni woyaa hayyumma'aa ta qomaa san hiituu isi'ii ta worra ogummaa woyaa dhowiisa akka dansaa beekuun dhowanteen itti hidhe.