Leviticus 9:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan Harunini jed'e, Jibicha korma tokofi elemo toko, ka kamu aabo inqamne fuud'i, AABBO Waaqaa baasi, jibicha sorio dabaani ufi iraa baasani baasi, Elemo sorio gubani baasani baasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aarooniin akkana jedhe, «Ciincaa cubbu'uutiif hoolota keessaa korbeessa mudaa hin qabne, loon keessaa jibicha mudaa hin qabne fuutee Rabbiin afo'otti dhiyeessita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Aaroniin, «Kennansa araara cubbuu teetiitiif dhikaatu dardara tokko, kennansa gubamuuf korbeessa hoole'ee tokko, lamaanuu ka fafa hin qanne fuudhiitii fuula Mootii Waan Maraa dura dhikeessi.