Leviticus 9:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
handaraafafi miila lukha ka mirga lamaani olqabe, aka AABBO Waaqaa baasani garsiise, akuma Musani isaani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkuma Rabbi Muusee ajaje Aaroon handaraafaa fi irree mirgaa kennaa ciinca'aa ka sosocho'u godhee Rabbiin afo'otti sosochoose.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Muuseen ajajetti cormi'ii fi luka gara middaa, kennansa tachoofamu fuula Mootii Waan Maraa dura dhikeesse.