Leviticus 9:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musafi Harunini Waaro Woyeyuma olseenani eege keesaa gabahani biyya eebisani, duuba guddinni AABBO Waaqa biyya ch'ufati mullate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuse'ee fi Aaroon daasee wol gayi'ii seenanii deebi'anii bayanii banii eebbisan; ulfinni Rabbii bani'itti mudhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuse'ee fi Aaron gara dunkaanii woldeenna'aa seenane; isaan yennaa gad bayane kolbaa eebbisane; ulfinni Mootii Waan Maraalle kolbaa san maratti mudhate.