Leviticus 9:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi ibida gubba gadi erge, ibidi suni sorio gubanifi gabbinna waan mesa fakaata gubba jiru ch'ufa gube, Biyyiti waan suni garte jennaani lalabde lafati gajejete.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ibiddi Rabbiin biraa bu'ee ciincaa hulee ciinca'aa irratti dhiyaate coomallee nyaate; baniin maruu kana argee ililfatee kallachaan gad kufee sagade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ibiddi Mootii Waan Maraa biraa gad bu'ee kennansa gubamuu fi moora addee ciinca'aa irra jiru san mara nyaatee fixe; kolbaan marti waan kana dhagganee, gammadanee ilillisaa gad gombifamane.