Leviticus 9:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan atini worra Israelitini jettu, Korbeesa toko fuud'a, sorio dabaani ufi iraa baasani baasa, ammalle jibicha ganna tokotifi Elemo ganna toko, ka kamu aabo inqamne, fuud'a, sorio gubani baasa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee Israa'eliitiin adha Rabbi waan isinitti mudhatuuf ciincaa waan cubbu'uutiif dhiyaatu korbeessa re'e'ee, jibicha woggaa tokkoo, korma, korbeessa hoola'aa ka mudaa hin qabnee fi ciincaa midhaanii ka dhadha'aan sukkuumame Rabbiin afo'otti ciincaa ciincawu godha'aatii Rabbii dhiyeessaa'a» jedhii isaanitti himi jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Israa'elootaan, ‹Kennansa araara cubbu'uutiif dhikaatu korbeessa re'e'ee tokko, kennansa gubamuufille jibicha woggaa tokkootii fi korbeessa hoole'ee ka woggaa tokkoo lamaanuu ka fafa hin qanne fuudha'a!