Leviticus 9:4 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle jibicha kormatifi Elemo tokole fuud'a, sorio wold'ageeti baasa waan kana ch'ufa AABBO Waaqa durati sorio baasa, ammalle waan kana woliini mid'aani d'ad'ani makhani baasa, wonti isani akasi taatanifi AABBO Waaqi arra isaniti mullata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adha Mootiin Waan Maraa waan isinitti mudhatuuf, Kennansa tokkumma'aatiif kormaa fi korbeessa hoole'ee, kennansa midhaanii ka zayiti'iin sukkuumame woliin ciincessiisaaf Mootii Waan Maraa dura dhikeessa'a› jedhiin» jedhe.