Leviticus 9:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan Musani kootani jed'eeni kaani ch'ufa Waaro Woyyuma duraani d'ufe, gumiini ch'ufti achiti wolti baate, AABBO Waaqa dura ejite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee waan Muuseen isaan ajaje gara balbala daasee wol gayi'ii fidan; baniin maruu dhufanii Rabbiin afoo dhaabatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan Muuseen ajaje mara Dunkaanii Woldeenna'aa dura fidane; wolde'i duudiin dhufanee fuula Mootii Waan Maraa dura dhaabbatane.