Leviticus 9:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani waan jed'e, wonti AABBO Waaqi, tolcha isaniini jed'e tana, aka guddinni AABBO Waaqa isaniti mullatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen, «Wonti akka gootaniif Rabbi isin ajaje kana; ulfinni Rabbiillee isinitti mudhata.» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen isaaniin, «Ulfinni Mootii Waan Maraa akka isinitti mudhatuuf, tun waan Mootiin Waan Maraa isin ajaje» jedhe.