Leviticus 9:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni waan Harunini jed'e, waan mesa fakaata kaani d'aqi, sorio dabaani ufi iraa baasanifi, sorio gubani ta daba kanketifi daba gumile baaftu baasi. Sorio daba gumitini baasani tana baasi akuma AABBO Waaqi jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Muuseen Aarooniin, «Gara hulee ciinca'aa dhiyaadhuutii ciincaa cubbuu keetiitii fi ciincaa kee ka gubamu dhiyeessi; ufii fi banii irraallee cubbuu baasi; akkuma Rabbi ajaje kennaa bani'ii dhiyeessii isaanii araarsi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen ammalle Aaroniin, «Addee ciinca'aa dhaqiitii, kennansa keeti ka araaraa cubbu'uutiif dhikaatuu fi kennansa keeti ka gubamu ciincessiitii, kolba'aa fi ifiifille gumaa cubbu'uu kenni. Akkuma Mootiin Waan Maraa ajajetti marroo kolba'aatiif kennansa dhikeessiitii gumaa cubbuu isaanii kenni» jedhe.