Leviticus 9:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Harunini waan mesa fakaata kaani d'aqe, jibicha korma ka daba isaatini baasani qale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aaroon waan cubbuu ufiitiif gara hulee ciinca'aa dhiyaatee jibicha kenname goorra'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Aaron gara addee ciinca'aa dhaqee, jibicha araaraa cubbuu isaatiif dhikaate san qale.