Luke 1:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ergamaan Waaqaa addee hixaanni itti aarfamu gara middaatiin dhaabbatee Zakkaariyaasitti mudhate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani aabbo isati mullatte, gama mirga fulla hit'aana iti aarsani ejatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ergamaan Aabboo isaatti mullatee, gama mirgaa fulaa hixaana itti aarsan ejje.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Goofta'aa mi'a kennaa hixaanaa itti aarsaniin gara mirgaatiin dhaabatee, Zakkaariyaasitti mudhate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan Goofta'aa mi'a kennaa hixaanaa itti aarsaniin gara mirgaatiin dhaabatee, Zakkaariyaasitti mudhate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maleeyikkaan Goofta'aa furdda ixaanni itti aarffamu gara mirgaatiin dhaabatee, Zakaariyaasitti ni mulidhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Waaqaa addee hixaanni itti aarfamu gara middaatiin dhaabbatee Zakaariyaasitti mudhate.