Luke 1:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Zakkaariyaas yennaa isa dhagge rifatee sodaate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Zekariani arginaani nahe rifate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Zakaariyas arginaan rifatee na'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Zakkaariyaas hennaa isa arge rifatee sodaate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Zakaariyaasillee hennaa isa arge rifatee sodaate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Zakaariyaas'llee maleyikkicha yeroo argetti, nayee soda'aan ni liqimffame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Zakaariyaas yennaa isa dhagge rifatee sodaate.